Advertisement · 728 × 90
#
Hashtag
#Oromiyaa
Advertisement · 728 × 90
Video

No one has the right to parcel out and sell Oromo land as if it were a piece of cloth.

Lafa Oromoo akka carqiitti cicciranii gurguruuf namni mirga hin qabu jiru.

Koloneel Gammachuu Ayyaanaa

#Shaggar #Finfinne #Dire_Dhawa #Moyale #Wollo #Rayya #Metekel #Oromiyaa #Oromia

_-_-_

0 0 0 0
Preview
Saalim Amiin: Qorataa Kitaaba Haaraa ‘Seenaa Bunaa fi Siyaas-Dinagdee Shanan Gibee” Jedhu  Barreesse Qorataa Saalim Amiin argama bunaa irratti wal morkii jiruuf qorannoo deebii kennu, jedhu geggeessuudhaan kitaaba maxxansisuu isaa dubbata. Kitaaba “Seenaa fi Siyaas Diinagdee Shanan Gibee”  jedhu kun baatii kana keessa maxxansamee gabaarra oole. Gosti Bunaa Arabikaa jedhamu, Godina Jimmaa Aanaa Gommaa, Coocee Mudhugaatti jalqaba argamuu isaa  ragaawwan jiraachuu dubbata, Saalim. Dr.  Jiraa Mokonnin Yuuniversitii Jimmaarraa qorannoon akkanaa egeriif galmee barbaachisaa dha, jedhan. Galmoo...
0 0 0 0
Preview
Darajjee Getaachoo: Nama Ogummaa Qalaqaa Guddifachuun Rakkoo Oomisha Qonnaa Naannoo Isaa Furaa Jiru Dargaggoo Darajjee Getaachoo, ogummaa kalaqaa  meeshaalee qonnaa itti bobba’ee jiruun qonnaan bultootaaf furmaata akka fidaa jiru dubbata. Godinaa Shawaa Lixaa, aangaa  Tokkee Kuttaayee dhalatee kan guddate Darajjeen, maashinoota qonnaa, kanneen akka tiraakteraa harkaan hojjetuu fi meeshaalee midhaan calleessan hojjetee, qonnaan bultootaaf dhiheessaa jira. Qonnaanbultoonni akkasumas jiraattonni  hojii ogummaa isaa arganii fi itti fayyadaman “hojiin Darajjeen hojjete, jiruu keenya nuuf...
0 0 0 0